Oromia Regional State Constitution PDF
Heera Mootummaa Naannoo Oromiyaa, pdf kan bakka bu’oota uummata Naan nichaatiin irratti mari’atamee,…
Gara Websaayti Ofiseelawaa Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Saxxammattii Baga Nagaahaan Dhuftan. Websaaytin ofiseelaawa waajjira kenyaa websaayitiilee Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa Jalattiu banamaan kessaa isa tokkoo. Sababni websaayti kana banuun barbaachiseef tajaajila abbaa alangummaa waajjira kenyaan kennaamu hammeyyeesuuf jechaadhaa.
Abbaa Alangaa Aanaa Saxxammaa Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa jalattii Bu’ura Labsii Mana Hojii Abbaa Alangaa waligalaa Oromiyaa Hundessuuf Bahee bu’ura godhachuun, Waajjira sadarkaa Aanaattii kan hundaa’ee yommuu ta’u, dirqama seeraa Tajaajila ogummaa abbaa alangummaa iftoominaafi itti gaafatamummaa qabu kennuun Anaan Kenyas Ta’e godinni Jimmaas Godina olantummaan Heeraa fii seeraa ittii mirkanaahee akka ta’uuf, hoojii tajaajila abbaa alangummaa si’ataa ta’e hawaasaaf kennuuf waajjira hundaa’eedha.
Get MoreHeera Mootummaa Naannoo Oromiyaa, pdf kan bakka bu’oota uummata Naan nichaatiin irratti mari’atamee,…
ውል የማዘጋጀት የማፅደቅ የማዋዋልና የመሳሰሉ ተግባራትን የፅህፈት ቤታችን ግዴታ በመሆኑ መሰል ሰነዶችን መለጠፍ ጀምረናል ይመልከቱ። e18ba…
A person who owns a vehicle apprehended transporting illegal coffee is punished by a fine of Birr 50…
FDRE CONSTITUTION available in pdf and app download and use. We nation nationality and people of Eth…
Qajelfama madallii aboobtii alangaa ormiyaao lakk 15/2013. Oromia Regional State General Attorney Re…
Barruu hubannoo seeraa .Qophessaan AA Aanaa Sigiimoo Abdusalam Mohammed…
Hogganaa Waajjirichaa
Short Description
A/Adeemsa Qorannoo Yakkaafi Haariiroo Haawaasaa
Short Description
Abbaa Alangaa
A/Alangaa A/Saxxammaa
A/Alangaa A/Saxxammaa
Hojjataa H/H Ragaa fi ogeessa qophii baajata, karooraa, hordoffii fi gamaaggama w/ra A/Alangaa A/Saxxammaa
Raawwattuu daataa Inkoodarii
Hojjattuu Galmeessaa fi to’annoo qabeenyaa
Waajjira A/Alangaa A/Saxxammaatti Barreessituu dhaddachaa
Waajjira A/Alangaa A/Saxxammaatti Hojjataa H/Ragaa
Lakkoofsi Hawaasa web kenya daawwatee
Website kenya kana irrattii lakkofsi pdf fe’amee argamuu
Namoonni pdf website kenya irraa download godhatee
Lakkofsi haawaasa web kana guyyaatti daawwatuu